Ezekiel 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi woya boofta keeyatu, ka waan woini t'aafufi waan irati t'aafu harkaa qabu, ga deebie waan AABBO Waaqaani jed'e, waan atini tolchi nani jette ch'ufa anini ya guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa namichi uffata gad diratan uffate ka waan barreessaniin harkaa qabu deebi'ee dhufee «Waan ati na ajajje maraa raawwadheera» jedhee Rabbitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi woyaa quncee talba'aa irraa hujante uffatee, subba meya waan woy ittiin barreessanu qabu fannifateeru sun deebisee, Mootii Waan Maraatiin, «Waan ati na ajajje mara muummesseera» jedhe.