Ezekiel 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, dira Yerusalemu kana ch'ufa keesa deemi, nama waan hamtu dira kana keesati tolchani ch'ufaa jed'e laalefate bohu, adda isaani beesisa ira kayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati qachattii Yerusaalemii maraa keessa naannayii waan hama'aa fi ka nama salphisu ka qachattii keessatti raawwatameen kallacha namoota guddisanii gaddanii irratti malkata godhi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qachaa Yerusaalemii keessa deddeemiitii, adda worra wonni battiin qachaa san keessatti waan hujanteef aadee bowu irratti mallattoo godhi» jedhe.