Ezekiel 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini Waaqa, worra suniini, nama kana gula yaa, dira kana keesa fulla ch'ufa baha, nama tokole naataanifi illakisina, ch'ufa hobaasa jed'u d'agaye. Ammalle inni waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Rabbi namoota kaawwaniin «Isinillee nama kana hordofa'aa naannaya'aatii ka qachattii tana keessa jiru maraa ajjeesaa'a; eennuullee garaa laaftanii isaan hin dhiisinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle adoo ani dhage'uu Mootiin Waan Maraa worra dhibi'iin, «Isinille isa gula deema'aatii qachaa san keessa deddeema'aatii ijjeesa'a. Hin hilina'a yookiin hin mararina'a.