Ezekiel 9:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleefi kaimafi dubrafi haawanifi ijoollele ch'ufa fit'a, ammo nama beesisa adda iraa qabu tokole intuqina. Huji suni manuma kiyya kanani iti keeyad'a. Duuba worri jaaroluma fulla Mana Waaqa jirtu taanini iti keeyate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsaa ka'ima, dhiiraa fi dubartoota, daa'immanii fi dubartoota maraa ajjeesaa'a; garuu nama kallacha ufii irraa malkata qabu eennuunillee hin tuqinaa'a; ajjeechaa mana woyyuu kiyya irraa jalqaba'aa ajjeesaa'a» hennaa jedhuun dhagaye; kanaafuu bulchoota mana woyyuu bira dhaabatan irraa jalqaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsolee, dargaggeeyyii dhiiraatii fi durraa, ijoollee didiqqo'oo fi dubartii ijjeesa'a. Garuu worra adda ifii irratti mallattoo qabu tokkolle hin tuqina'a. Addee Woyyittii tiyya irraa jalqaba'a» jedhe. Maarre isaan jaarsolee Galma dura jiranuun jalqabane.