Ezekiel 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan worraani jed'e, Mana kiyya kana t'ureesa, ch'icha isale reefani guuta. Amma kaa hojad'a! Duuba akasiini worri kaani kae, nama dira keesa jiru hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Deema'aa mana woyyuu batteessaa'a! bayima reeffa namaatiin guutaa'a!» isaaniin jedhe; isaanillee yaa'anii namoota qachattii keessa jiran maraa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa isaaniin, «Dhaqa'aatii Galma batteessa'a; reeffa badhinna Galmaa san guuta'aatii, achii deema'a» jedhe. Maarre isaan deemanee worra qachaa san keessa jiru ijjeesane.