Ezekiel 9:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga worri tae nama fit'u, anini koba achiti hafe; jennaani lafaani ufi d'ae, iyye waan jed'e, Ee, AABBO Waaqa gudda, atini nama Yerusalemu keesa jiru akana iti dallante, nama Israeli keesa jiru ch'ufa hobaafta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ajjeechaan kun raawwatamu hojja kiyya hafee «Rabbii maraa olii! badee! worra Israa'eliin keessatti hafan maraa haga fixxutti hagana mara worra Israa'eliitiin loltaa?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan ijjeesiisatti jiranuu ani qofuu hafee, addaan lafatti gad gombifamee, «Maalo'o, Goottaa, Mootii Waan Maraa! Mufii teeti Yerusaalem irratti dhangalaasiisaan, worra Israa'elii ka baraaree hafe mara balleessaartaa ree?» jedhee iyye.