Ezra 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mihi kuni ch'ufti wolti, qorifi mihi d'ibiini ka Sheshbazani, gaafa isaafi worri boojiani kaani lafa Babiloniti bahani Yerusalemu d'aqani, fuud'e deemeni 5,400.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaan worqi'iitii fi ka birri'ii wolumatti qabaa kuma shanii fi dhibba afur. Meeshaa kanniin maraa Sheshbazaar booji'amtoota biyya Baabilooniitii gara Yerusaalemii dhufan woliin fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey worqi'iitii fi meeti'ii wolumatti kuma shanii fi dhibba afur. Worri booji'ame Baabilon irraa gara Yerusaalemii yennaa deebi'e, Sheshibazaar meya kana mara fuudhee baye.