Ezra 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti hayyuuni Ajemi ka Koreshi jed'ani jed'u tana: AABBO Waaqi gubbaa, yayu gudda lafa ch'ufa na tolche, ammalle waan nani jed'e, lafa Yuda keesa, dira Yerusalemu; mana naa jaari:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Faarisii Qiroos akkana jedha «Rabbi Waandhi sami'ii mootota biyya lafaa maraa naa kenneera; Yerusaalemii biyya Yihuuda'aa jirtu keessatti akka mana isaa ijaaru na ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Faaresii Qiiros, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi ol-gubba'aa mootummaa biyya lafaa mara na kenneera; Yerusaalemii Yihudaa keessaatitti, Galma isaa akka ijaaru na ajajeera.