Ezra 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami gumi isaa tokoleeni, ka duri boojiani, waan galuni d'abe, nami olla isaa ha isa qarqaare, qarsifi worqifi woreegaafi geejibaafi ammalle waan Mana Waaqaa ka Yerusalemu keesati Waaqaa baasani kennuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni du'a irraa hafan kunniin hennaa deebi'an namoonni naannoo isaaniititti isaan woliin jiraatan maruu birrii, worqii, meesha'aa fi horii fe'a'aatiinillee isaan haa gargaaranii; kun kennaa addaa ka fedha ufiitiin mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiruu kennan haa ta'uu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri addee booju'uutitti hafe marti addee jiranu mara keessaa, kennansaa fedhii ifiitiin Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiruuf kennanuun ala, meeti'ii fi worqii, meyaa fi horii kenniisaan isa qarqaaranuu ti› jedheera» jedhe.