Ezra 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari balbala gosa Yudatifi ta Benjamini mata qaaloleefi worra Lawitifi nama ch'ufa ka Waaqi herega isaa qajeelcha woliini kaani, Mana Waaqa ka Yerusalemu jiru mid'aasani jaaru d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa bulchoonni manniin abboota Yihuuda'aatii fi ka Biiniyaamii, gadoonni, worri Leewwotaa, mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiru ijaaru'uuf akka bayan worri Rabbi onnee isaanii kakkaase maruu ka'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba maatii Yihuda'aatii fi Benyaaminii keessaa angafooti, hayyootii fi Lewwooti, nami Waaqi yaada isaa kakkaase marti dhaqee Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessa jiru deebisee ijaariisaaf qophowe.