Ezra 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami olla worraa ch'ufti worra qarqaare, miha qarsiti, worqi, woreega, geejiba, waan dadansa d'ibifi waan Mana Waaqa keesati Waaqa baasanile kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri naannoo isaanii jiraatan maruu waan fedha ufiitiin dhiyeessan maraa keessaa kennaa biraallee meeshaa birri'iitii fi meeshaa worqi'ii, birrii isaaniitii fi horii isaaniitiin, kennaa biraatiinillee isaan gargaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri adaala isaanii jiru martinuu, kennansa fedhii ifiitiin kennanuun ala, meya meeti'ii fi worqii irraa hujame, meya adda addaa, meya gatii guddo'ootii fi horii kenniisaan isaan qarqaarane.