Ezra 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni miha kana Mithredathi, ka miha hayyu qorqoratuti kenne; innileeni hede, t'aafe, namicha gudda Yuda ka Sheshbaza jed'ani kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Motiin Faarisii Qiroos meeshaa mana qulqulluu keessa jiru sanniin bulchaa meeshaa mana mootumma'aa ka Mitiridaaxuu jedhamuun laakkobsisee Sheshabazaarii mootii biyya Yihuuda'aatitti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Faaresii Qiiros meya san namicha meya mana mootumma'aa eegu Miitradaatitti kennee, bulchaa Yihuda'aa ka te'e Sheshibazaar duratti akka laakkowamu kenne.