Ezra 10:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Ezrani mana Waaqa dura jilbifate bohe Waaqa kad'ate daba kana ch'fa himachu jiru, gumiini gosa Israeli ta muume inqamne d'iirafi nad'eenifi ijoolleeleni - aka hamtu boote fulla isaati wolti baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Izraan hennaa mana Rabbii afo'otti kufa'aa booya'aa Waaqa kadhata'aa yakka ufii himatu Israa'eliin keessaa gumiin dhiiraa, ka dubarti'iitii fi ka daa'immanii baay'een isa biratti wol gayan; baniinillee guddisee booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Izraan Galma Waaqaa duratti gad gombifamee, bowaa, daadimataa, cubbuulle faaci'atiisatti adoo jiruu, gumiin guddoon Israa'elootaa dhiirti, dubarti'ii fi ijoolleen adaala isaatitti wolitti qabamanee, laaleffatanee bowane.