Ezra 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana daba keesani AABBO, Waaqa ababoota teesaniti himad'a, fed'i isaale tolcha.Nama gosa d'ibi, ka lafa teenna keesa tau, lagad'a nad'eeni gosa d'ibi ta qara fuutani ufi jalaa yaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma Rabbii Waaqa abboota keessanii afo'otti cubbuu keessan maraa himadhaa'a; waan isa gammachiisu hojjadhaa'a; banii naannaya keessan jiranii fi dubartoota nyaaphaa irraa fooyamaa'a.» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii teessaniititti cubbuu teessan faaci'adha'a; fedhii isaalle godha'a! Kolbaa adaala keessaniitii fi dubartoota orma fuutane irraa gargar baya'a» jedhe.