Ezra 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana bokeenileeni guddo roobu jira, gumiini tunileeni muumme inqabdu tanaafi nu dandeenne diida kana keesa inejanjinu.Hujini tunini huji guyya tokofi lamati hojatani keesaa bahaniniti; wonti akanatiifi nu nami daba suni tolche nama heddu muumme inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo baniin baay'e'e; hennaan kun hennaa roobni guddatu, raasaa kana dhaabannee hin dandeennu; nu waan kanaan guddifnee waan yakkineerruuf, hujiin kunillee hujii guyyaa tokkoo fi lamaatii miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee nuuti nama heddu'u; yennaalle yennaa bokkeyaa waan teeteef, ala dhaabbatiisa hin dandeennu; nuuti dubartii orma fuunee guddoo waan yakkineef, dubbiin tun guyyaa tokkotti yookiin guyyaa lamatti ta dhumattuu moti.