Ezra 10:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi tana dide Yonathani, ilma Asahelifi, Yazeya ilma Tikwa, challa; ammalle Meshulamufi Shabethi ka gosa Lawileeni goli worraa tahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ilmi Asaahelii Yoonaataanii fi ilmi Teequwwa'aa Yahiziyaan waan kana hin morman, Meesulaamii fi Saabaataayiin Leewwichillee isaan gargaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee Yonaataan ilma Asaaheliitii fi Yahaaziiyaa ilma Tiiqiwa'aa qofatti, Meshulaamii fi Shaabetaayiin Lewwichi yaada isaanii qarqaaranuun dubbii tana morme.