Ezra 10:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri eegi boojiani gale kaani dubbi tana ee jed'e fud'ate. Jennaani qaalichi Ezrani balbala gosa ch'ufa keesaa nama mataa fohate maqa t'aafe. Guyya qara, ka jia kud'anneeso, huji suni iti keeyatani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri booji'amanii deebi'an woma kana godhu'uuf wolii galan; kanaafuu Izraan gadichinii fi bulchoonni manniin abboota isaanii keessaa namoota filatan. Maruu maqaa ufii galmeeffatanii ji'a kudhaneesso'oo guyyaa jalqabaatitti waan kana qorachu'uuf taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri boojuu irraa deebi'ane akkuma yaada dhikaateetitti muummessane; kanaaf hayyichi Izraan akkuma maatii isaaniititti, itti gaafatamaa maati'ii filee maqaa maqa'aan barreesse; isaanille ji'a kudhaneesso'oo, guyyaa qaraatitti tee'anee dubbii qorqoruu jalqabane.