Ezra 10:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jia sadi keesati nama nad'eeni gosa d'ibi qabu ch'ufa dubbi isaa ilaalani bufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ji'a jalqabaa guyyaa jalqabaatitti hojjatanii worra dubartoota nyaaphaa fuudhan qoratanii raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a jalqabaa, guyyaa tokkeesso'oo waan namoota dubartoota orma fuudhanee qorqoranee fixane.