Ezra 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Shekaniani, ilmi Yehieli, ka balbala gosa Elamu, waan Ezrani jed'e, Nu yayu dubra gosa d'ibi fuune akasiini Waaqa keennati wollaale: ammo hataatu worra Isrealiti wollaale: ammo hataatu worra Isrealiti abdiini diqo to inuma jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Eelaamii keessaa ilmi Yihi'eelii Sekeniyaan Izra'atti akkana jedhee dubbate «Waaqa keenna yakkineerra; worra nyaaphaa worra Yihuudii hin taane keessaa dubartii fuuneerra; haa ta'uu ammo ammallee worri Israa'elii waan kanaaf abdii qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba sanyii Elaamii keessaa ilmi Yehii'elii Shekaaniyaan, Izra'aan, «Nuuti dubartii kolbaa gosa ormaa ta biyya teenna keessaa fuudhiisaan Waaqa keenna duratti addatamummaa dhanneerra; teetulle ammoo Israa'elootaaf ammalle addiin hin jirti.