Ezra 10:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Lawi: Yozabadi Shimei, Kelaya (ka maqaani d'ibiini Kelita), Pethaiya, Yuda, Eliezeri.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Leewwotaa keessaa Yoozaabaat, Saamee'i, Qoliyaa Qolixaas jedhamu, Fataayaa, Yihuuda'aa fi Al'aazar.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwoota keessaa, Yozaabaad, Shime'ii, Qelaayaa ka «Qeliixaa» jedhamu, Phetaahiyaa, Yihuda'aa fi Elii'ezer.