Ezra 10:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Bebai: Yehohanani, Hanania, Zabai, Athlai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa Beebaayii keessaa Yihohanaan, Hanaaniyaa, Zabsaayii fi Axilaayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Bebaayii keessaa, Yehohaanaan, Hanaaniyaa, Zaabayii fi Aatilaayi.