Ezra 10:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Hashumu: Matenai, Matata, Zabadi, Elifeleti, Yeremai, Manase, Shimei.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa Hasuumii keessaa Matinaayi, Matataa, Zaabaad, Elifaalaat, Yireemaayi, Minaase'ee fi Saame'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Hashumii keessaa, Matenayi, Mataataa, Zaabaad, Eliifelex, Yeremaay, Minaase'ee fi Shime'i.