Ezra 10:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Ezrani kae, worra Lawitifi ka gumile kakhachise, aka worri waan Shekaniani jed'e suni guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Izraanillee ka'ee bulchoota ufii, gadoota, Leewwotaa fi worra Israa'elii maraa akka dubbii kanaatitti waan kana akka raawwatan kakachiise; isaanillee hin kakatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Izraan ka'ee waan jedhame akka hujanuuf sooreyyii hayyootaa, Lewwootaa fi kolbaa Israa'elootaa mara kakachiise. Isaanille kakatane.