Ezra 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ezrani Mana Waaqa duraa kae, mana Yehohanani, ilma Eliashibu, seene, achi bule, sagaleefi bisaanile dide, ch'ubbu worra eegi boojiani gale kaani iraa laalefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Izraan mana Rabbii afo'oo ka'ee gara gola mana Yohaanaanii ilma Eeliyaaseebii seenee waan cubbuu worra booji'amtootaatiif booya'aa tureef mana seenee waa hin nyaanne, hin dhunnelle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Izraan Galma Waaqaa duraa ka'ee, gara kolloo Yehohaanaanii ilma Eliyaashiibii dhaqe. Inni yennaa achi jiru, sababa addatamummaa dhaba worra boojuu irraa deebi'eetiif gaddee, sagalee hin nyaanne; bisaanille hin unne.