Ezra 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo Yerusalemufi Yuda ch'ufa keesa ergani, worra eegi boojiani gale kaani ch'ufa yaamani, Yerusalemuti wolti baasani waan jed'ani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri booji'aman maruu akka Yerusaalemitti wol gawu, akka gorsa jaarsotaatii fi bulchootaatitti worri guyyaa sadihii keessatti hin dhufne maruu wonti isaan qaban maruu akka isaan jalaa fudhatamu, gumii worra booji'amee keessaa akka fooyamu biyya Yihuuda'aatii fi Yerusaalemiititti labsii labsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri boojuu irraa deebi'e martinuu Yerusaalemitti akka wolitti qabamuuf, lafa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii keessatti lassiin baate.