Ezra 10:8 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama guyya saditi ind'ufini, seera jaarole gumi gula, waan inni qabu ch'ufa iraa saamani, duuba gosa keesaa kutani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami guyyaa sad keessatti achitti hin dhaggamin hafe, murtee qondaaltotaa fi jaarsole'eetiin, waan ifii ta Mootii Waan Maraatiif akka teetu murteeffante mara dhabee, ifille'eef wolde'a worra boojuu irraa deebi'ee keessaa hin baafama.