Ezra 2:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami boojiani hedduuni lafa Babiloniti kae, Yerusalemufi Yuda d'aqe, namu dira ufiti gale. Worri isaani haguma duri Nebukadrezani worra boojieti lafuma Babiloni jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni mootiin Nabukadanatsoor gara Baabiloonii booji'e namoonni biyyaa ka gara Yerusaalemiitii fi gara biyya Yihuuda'aa deebi'an kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii Nebukadnezaar gara Baabilonii worra booji'e keessaa, worri gara qachoota ifii Yerusaalemii fi Yihuda'aa deebi'e isaan kana: