Ezra 2:59 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kunniin garuu worra qachaa Telmeelaa; Telaareesaa, Kiruubi, Adaanii fi Imeeriin keessaa bayan. Garuu isaan manniin abboota ufiitii fi fiixaa ufii yookaan worra gosa Israa'elii ta'uu isaanii uf beessisuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa Tel-Melaatii, worri qachaa Tel-haareshaatii, worri qachaa Keruubii, worri qachaa Adaaniitii fi Iimeriitii bayanee dhufane, sanyiin isaanii Israa'eloota akka teete mirkaneessiisa hin dandeenne.