Ezra 2:61 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan gadootaa fiixaan Eebbiya'aa, fiixaan Aqoosii, fiixaa Beerzeelii fa'a; Beerzeeli sababaan maqaa kanaan waamameef mucattii Beerzeelii nama gosa Gala'aadii waan fuudhee tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota keessaa, sanyii Habaaya'aa, sanyii Haqoziitii fi sanyii Baarzilaayii ti; Berziilaayi intala Baarzilaayii Giil'aadichaa fuudhee maqaa kanaan waamame.