Ezra 2:62 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin Kitaaba dhalootaa keessa fiixaa ufii soqatanii turan garuu hin arganne. kanaaf adda baafaman; akka batti'iititti laallaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun worra akka hidda dhaloota isaaniititti barreeffamane keessaa maqaan sanyii isaanii waan dhabameef, akka battootaatitti laakkowamanee, tajaajila hayyumma'aa irraa dhooggamane.