Ezra 2:63 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gadichi bulchaan biyyaa ka Uurimii fi Tumiimiin fedha Waaqaa ittiin gaafatu mooyuuf Woyyittii Woyyootaa keessaa hin nyaattan isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan biyyaa, haga hayyichi Uriimii fi Tumiimiin fedha Waaqaa gaafatiisa dande'u dhaggamutti, sagalee irraa caalaa woyyittii akka hin nyaanne isaan ajaje.