Ezra 2:64 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'inni namoota booju'uu deebi'anii 42,360 ture; kunillee tajaajiltoota dhiiraatii fi ta intalaa 7,337 eda'ateeti; faarfattoota dhiiraatii fi ta intala 200 qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi namoota boojuu irraa deebi'anee wolumatti kuma afurtamii lamaa fi dhibba sadii fi jaatama;