Ezra 2:68 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiruu dhufan bulchoota manniin abboota isaanii keessaa baay'een isaanii akka manni Rabbii naannoo isaaniititti ijaaramuuf fedha ufiitiin lafa kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri boojuu irraa deebi'e Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessaa yennaa geyane, sooreyyiin maati'ii gariin Galmi Waaqaa addee duriititti deebi'ee akka ijaaramu qarqaariisaaf, fedhii ifiitiin kennansa kennane.