Ezra 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
galata isaa deebise waan jed'e, AABBO Waaqi waan dansa, jaalalti inni worra Israeli jaalatu waan d'umatatiniti. Waan Mana AABBO Waaqa yayabanifi nami ch'ufti, haga dandau, lalabe AABBO Waaqa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi arjaa waan ta'eef; Israa'eliifillee dhiifamsi isaa ka bara baraa waan ta'eef» jedha'aa wol jalaa qaba'aa Rabbiin galatoonfata'aa; ulfeeffata'aa turan; baniin maruu waan manni Rabbii jalqabameef qoonqa gudda'aan ililfatanii Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan faaru'uun, «Waaqi dansa'a; jaalalli isaa ka bara baraa ka inni Israa'eliif qabu haga bara baraa ti» jedhanee, Mootii Waan Maraa leellifatanee galateeffatane. Hundeen Galma Mootii Waan Maraa waan dhaabateef, kolbaan marti gammaddee, qoonqoo ifii ol qabattee Mootii Waan Maraa leellifatte.