Ezra 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tana malele, sorio gubani guyya ch'ufa baasani taanifi ta guyya baati baasanifi ta guyya jila d'ibile AABBO Waaqa baasanifi waan fed'i gula AABBO Waaqa baasanile ch'ufa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii hennaa maraa ciincaa ciincawu, ciincaa jalqaba ji'aa ciincawu, ciincaa qulqulluu ayyaannan Rabbiitiif ciincawu, waan namni maruu fedha ufiitiin Rabbii kenne maraa dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuballe kennansa gubamu ka guyyaa maraa, ciincaa baatii ji'aa, ciincaa jila woyyittii Mootii Waan Maraatiif dhikaatuu fi kennansa fedhii ifiitiin nami Mootii Waan Maraatiif kennulle dhikeessane.