Ezra 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi worra Yudatifi ka Benjamini, aka worri eegi boojiani gale kaani Mana AABBO Waaqa Israeli jaaru jiru, d'agaye jennaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni Yihuuda'aatii fi diintonni Biiniyaamii akka booji'amtoonni Rabbii Waaqa Israa'eliitii mana woyyuu ijaaran dhagayanii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri boojuu irraa deebi'e, Galma Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii ijaariisatti akka jiranu, diinoti Yihuda'aatii fi Beniyaaminii yennaa dhage'ane,