Ezra 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle worra gosa d'ibi ka Asurbanipalini, namichi guddaani irre qabu godaansise dira Samariatifi fulla d'ibi lafa Efrati ta ila adubi qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Asnaafaariin guddaan hunna qabu biyya jiraatan keessaa isaan jijjiiree akka gara qachaa Samaariya'aatii fi laga gama jiraatan isaan taasise worri Yihuudii hin taane ka hafanillee akkana jedhanii xalayaa barreessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma kolbaa worra dhibii ka Osnaapheriin guddichii fi hunnaamessi booji'ee qachaa Samaariya'aatii fi kutaa biyyaa ka laga Efraaxiisiitiin gama qubachiise irraa barreeffame.