Ezra 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan nu finna kanke jala jiruufi, ee hayyicha, nu waan akana kana argu infeenu; tanaafi wonti nu amma siraa feenu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu waan mana mooti'iitii bu'aa argannuuf mootii yoo salphisan arguun waan nuu hin malleef xalayaa mootichatti erginee beessifneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti bu'aa mana mootumma'aa irraa waan dhagganuuf, salphinna keeti dhaggaa cadhinnee ilaaluu waan hin barbaanneef, waan kana akka ati beettuuf xalayaa kana sitti ergine.