Ezra 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyicha, wonti amma nu si beesimnu, yo dira kana jaarani naabo isale ch'ufa hobaasani, atini deebite lafa Efrati ta ila adu imohatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaan tun deebitee yoo ka ijaaramtu taate, dalloofni isi'iillee deebi'ee yoo ijaarame, laga Efraaxisii gamatti ati akka lafa hin qabne si mootichatti beessifna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan kun yoo ijaarame, dalleenni isaalle deebi'ee yoo ijaarame, ati laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentuun lafa ijjumaa akka hin qabaanne beeki» ka jedhu.