Ezra 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi qonqo tana worraa deebise waan jed'e. Namicha tatabe t'aafu ka Shimshai j ed'ani wahela worra, ka dira Samariatifi ka lafa Efraimu ila adu tau, nagaya isani fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee «ajajaa Reehuumii fi barreessaa isaa Siimsaayii, Samaariya'aa fi worra laga gama jiraatan ka isaan wolii galan worra hafanitti deebii akkana jedhu erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Artashaastaan deebii ergee, «Bulchaa Rehuumiif, barreessaa Shiimshaayiif, worra isaan woliin huju ka Samaariyaa keessa le'anuu fi akkasuma worra laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu le'anuuf, nageenni isiniif te'u.