Ezra 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aninileeni yayu seera baase waan duri t'aafani ch'ufa barbaada jed'e, duuba yayu argani aka diri Yerusalemu haguma duriti nama finna harkaa qabu ch'ufa dide, nami isaaleeni hayyoota ch'aqasu dide morkuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akka kitaabni seenaa moototaa qoratamu cimsee ajajeera; qachattiin tun dur irraa jalqabdee mootota irratti hamtuu akka taatee fi isii keessatti shiftaa ta'uunii fi dhibuun argameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
anille akka qorqoranu isaan ajajee, qachaan Yerusaalemii duriinuu jalqabee dabarsii dheertuu ka mootota irratti finqila kaasu, ka finqillii fi rakkinni keessa guute akka te'e dhaggeera.