Ezra 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyota guddo irre qabduti duri achi mohate lafa Efrati ta ila adu ch'ufa fide damoosafi gibira iraa guurate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemiin keessallee mootota gugurda'atu ture. Isaan biyya laga gamaa maraa bulcha'aa turan; gibira, qaraxaa fi kennaallee fudhata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem mootota jajjaba biyya laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu jiranu bulchu ka gibira, qaraxaa fi beesee waan adda addaatiif buusanu guuru qaddiiyyu.