Ezra 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma isani seera baasa, aka jari suni deebie dira injaare, haga anini qonqo d'ibi erguti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaafuu amma namoonni kunniin hujii akka dhiisan, haga ani ajaja biraa dabarsutti akka qachattiin tun hin ijaaramne isaan ajajaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, haga ani ajajutti, qachaan kun deebi'ee akka hin ijaaranne, namooti hujii akka dhaabbachiisanu ajaja'a.