Ezra 4:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana jabaad'a guuta, aka hameenni worra suri hiji tiyya iyyakine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka rakkoon woyiituu mootummaa keenna irra hin geennee fi isinillee akka hin gaafatamne lash akka hin jenne uf eegaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana akka waan kaso'oo akka hin ilaalle ifi eeggadha'a! Wonni mootummaa miidhu, maaf guddataa deema ree?» jedhe.