Ezra 4:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma tatabe Artashastani t'aafe tana Rehumufi Shimshaifi wahela worraati soomanini, worri hurrise Yerusalemu d'ebe, irreeni worra Yahudi dira suni jaaru d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara galchi xalayaa mooticha Arxeeksisii Reehuumii ajajaa, barreessaa isaa Siimsaayii fi worra isaan wolii galan afo'otti dubbifame, yoma san daddafanii gara biyya Yerusaalemiitii fi gara biyya Yihuuda'aa dhaqanii hunnaan giddi'iin hujii isaanii dhaabsisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma yaadi xalayaa mooticha Artashaastaa irraa dhufe, Rehuum, barreessaa Shiimshaayii fi worra isaan woliin hujuuf dubbifameen, yoosuma gara Yihudoota Yerusaalem keessa jiranuu dhaqanee, hunnaan hujii dhaabbachiisane.