Ezra 4:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujini ijaarsa Mana Waaqa taani ejate akanumati hafte haga ganna lameeso ka mootuma Dario, hayyu Ajemi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hujiin mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiru dhaabate; mootii Faarisii irraa jalqabee haga mootummaa Daariyoosii haga woggaa lammeesso'oo duubatti harkifate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daariyos mootii Faaresii te'ee haga woggaa lammeesso'ootitti, hujiin Galma Waaqaa ka Yerusaalem keessaa dhaabbate.