Ezra 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama gugurda finna harkaa qabule gumbeesani, aka huji worraa balleesani waan kana bara koreshini lafa Mohate tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Marii isaaniillee isaan jalaa balleessu'uuf bara Qiroosii mootii Faarisiitii jalqabee haga mootummaa Daariyoosii worra waa gorsan isaanitti bitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara bulchiinsa mootii Faaresii Qiirosiitiin jalqabee haga bulchiinsa mootii Faaresii Daariyosiititti, namoota karoora ijaarsa isaanii gufachiisu itti bitane.