Ezra 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara qara hayyu Ahasueroni hayyu tahe, nyaapi suni worra Yudatifi ka Yuresalemu himate suni t'aafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni Yihuuda'aa bara mootichi Arxeeksis mooye bara jalqabaa worra biyya Yihuuda'aa jiraatanii fi worra Yerusaalemiin keessa jiraatanitti himannaa barreessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jalqaba bulchiinsa Ahashiwerosiititti, diinoti kolbaa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii mormiisaaf himannoo barreessane.