Ezra 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namicha gudda Rehumu jed'anifi Shimshai ka tatabe t'aafu tatabe tana waan finna lafa Yerusalemu iti t'aafani hayyu Artashastati ergani:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Reehuumiin ajajaanii fi barreessaan isaa Siimsaayi Arxeeksisii mootii Yerusaalemiitiif xalayaa barreessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan Rehuumii fi barreessaan bulcha'aa Shiimshaay akka asii gad jirutti xalayaa Yerusaalem mormu gara mooticha Artashaasta'aa barreessane: