Ezra 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu ammalle maqa worra Mana suni jaara gaafanne, aka maqa huji suniti mataa t'aamne si beesimnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma worra muudaman ka isaan bira jiran sitti beessisu'uuf maqaa isaanii gaafanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammalle sooreyyiin hujii tanaa eennu fa'a akka te'ane barreessinee sitti beessisiisaaf, maqaa isaanii gaafanne.